Ejensiiwwan DhMG Pirojektii namoota kuma 54 fi 400 fayyadamtoota taasisu ifoomsan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Ejeensiiwwaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii laammilee Naannoo Oromiyaa fi Somaalee sababa garaagaraan qe’ee isaaniirraa buqqa’aniif kan oolu pirojektii…