Teeknooloojii Ityoophiyaatti Sagantaan “Meetaa Buust” eegale Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Dhaabbanni Meetaa Ministeera Hojiifi Ogummaafi Miidiyaa Samar waliin ta’uun sagantaa diinagdee deeggaru “Meetaa Buust” jedhamu guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen hawaasni idil Addunyaa waamicha mootummaan Ityoophiyaa nageenyaaf… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaleen hawaasni idil addunyaa waamicha mootummaan Ityoophiyaa nageenyaaf taasise akka deeggaru gaafatan.…
Idil Addunyaa Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduu barbaadu – Pireezdaanti Putiin Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduuf yaada qabaachuu Pireezdaantiin biyyattii Vilaadmiir Putiin ibsan. Biyyoonni Lixaa yeroo ammaa Raashiyaarratti…
Oduu biyya keessaa Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin dargaggootaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Mata duree “Koottaa mana waloo keenya haa ijaarru” jedhuun mariin paanaalii dargaggootaa magaalaa Finfinnee hoteela Kaappitaalitti gaggeeffamaa jira.…
Biiznasii Jilli Obbo Gabremasqal Caalaan durfamu buufataalee furdisa Loonii Adaamaa daawwate Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabremasqal Caalaan durfamu buufataalee furdisa Loonii Adaamaatti argaman…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan adeemsa marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan durfamu ni deeggarti- Joo Baayidan Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Ameerikaan walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaatti mudate furuuf adeemsa marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan durfamu kan deeggartu ta’uu Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa waldiyaafi aanaa Gubbaa Laaftoo RIB’f dhiiga arjooman Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)-Godina Walloo Kaabaatti jiraattoonni magaalaa Waldiyaafi aanaa Gubbaa Laaftoo mata duree “ lubbuu isaa kennaa kan jiru Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiigaa keenya…
Ispoortii Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Umrii waggaa 23 gadii gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a… Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonniin hoggantoota hojii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 21, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, hoggantoota hojii garaagaraa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa biyyaalessaatti pirojektoonni bishaan dhugaatii Birri Biiliyoona 3.7 oliin ni hojjetamu-Dr.… Debela Tadesse Sep 21, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti pirojektoonni bishaan dhugaatii qulqulluu 60 ol Birri biiliyoona 3.7 oliin akka hojjetaman Ministirri Ministeerri Bishaanii fi…