Oduu biyya keessaa Wiirtuun amala sirreessaa daa’immanii eebbifame Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Wiirtuun amala sirreessa daa’immaniifi guddattoota umriin isaanii waggaa 18 gadi ta’ee dhimmoota yakkaa keessa galanii magaalaa Finfinneetti eebbifame.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen sadarkaa addunyaatti barnoonni hunda bira gahuu qaba jedhan Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Sadarkaa idil addunyaatti barnootni hunda bira gahuu akka qabuufi fayyadamummaa waloof itti gaafatamummaa waloo…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hariiroo ummata Ityoo-Sudaan cimsu eegale Debela Tadesse Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii hariiroo ummata Ityoophiyaa fi Sudaan cimsu eegalameera. Dhaloonni dhufu tokkummaa Afrikaa akka cimsuu fi qopheessummaa Ityoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Sirna Awwaalchaa Giiftii Eelzaabeet 2ffaarratti argaman Sifen Megersa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna Awwaalchaa Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaarratti argamaniiru. Pireezidaanti Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Chaayinaan Diinagdee fi dameewwan biroon hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf… Sifen Megersa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Chaayinaa Waang Yuu waliin mari'atan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara magaalaa Oomaanitti balallii eegale Sifen Megersa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara Yoordaanoos magaalaa Oomaanitti balallii eegaleera. Sagantaa eegalchiisa balallichaarratti Hojii Raawwachiisa…
Oduu biyya keessaa Afaar magaalaa Loogiyaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Naannoo Afaar magaalaa Loogiyaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen Konkolaachisaa dabalatee lubbuun namoota 5 darbe. Konkolaataan deddeebisa ummataa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa fi Irreechaa karaa nagaan akka kabajamu qaamni hundi qooda isaa ba’uu qaba jedhame Sifen Megersa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) –Kabajni Ayyaana Daamaraa fi Irreechaa karaa nagaan akka xumuramu dhaabbileen Tajaajilaa fi Bu’uuraalee misoomaa qindoominaan hojjechuu akka qaban…
Oduu biyya keessaa Bu’uurri Badhaadhina hundaa, akeekni misooma hawaasummaa, barnootaan dhugooma-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Bu'uurri Badhaadhina hundaa fi akeekni misooma hawaasummaa, barnootaan dhugooma jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Fayyaa Finfinneetti dhaabbilee fayyaa 699 irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatame Debela Tadesse Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo, Bulchiinsaa Nyaataa, Eegumsa Fayyaa fi Qorichaa Magaalaa Finfinnee, sadarakaa addaa baasuu gaggeesseen dhaabbilee fayyaa…