Jilli Obbo Fiqaaduun durfamu Shawaa Lixaatti sochii misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaan Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sochii misoomaa Godina Shawaa Lixaa daawwateera.…