Daandiin qilleensichaa meeshaalee yaalaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa Fayyaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiiseera.
Dhaabbata Xiyyaara Eerbaasii Oomishuu fi Dhaabbata…