Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Yeroo ammas Godina Faafan aanaa Tullii…