Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa kenna tajaajila tola ooltummaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa kenna tajaajila tola ooltummaa waqtii bonaa gaggeeffameera.
Sagantichi tola ooltota kuma 246 ol kan…