Oduu biyya keessaa Raawwiin oomisha qamadii Oromiyaa gamaaggamamaa jira Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa raawwii oomisha qamadii gamaaggamaa jiraachuun ibsame. Waltajjii gamaaggamaa kanarratti Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Paarkiin magariisaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame ebbifamuufi Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Paarkii magariisaa Magaalaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame Sanbata dhufu eebbifamee tajaajilaaf banaa akka ta’u ibsame. Paarkichi kiiloomeetira…
Oduu biyya keessaa Humna Waloo adda Walloo hiriiraniif deeggarsi Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu taasifame Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dabra Birhaan Humna Waloo Adda waraanaa Walloo hiriiraniif deeggarsa beeyladootaa fi meeshaalee garaagaraa taasise. Deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Godinichi Avookaadoo gabaa alaaf dhiyeessuuf hojii sassaabbii eegaluu ibsame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti oomishaa avokaadoo sanyii fooya'aa gabaa biyya alaatti erguuf sassaabbiinsaa eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silashiin diyaaspooraa sagalee dhageessisan dinqisiifatan Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan Ityoophiyaaf sagalee dhageessisuuf miseensota diyaaspooraa Waashingitan DC’tti hiriira bahan…
Fayyaa Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamte Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamuu gabaafame. Taalalichi waarshaa qorichaa kaansinoo jedhamuun…
Oduu biyya keessaa Komishinichi hawaasni wayita ayyaana kabaju balaarraa akka of eegu yaadachiise Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Hawaasni ayyaana jijjiirraa baraafi ayyaanota biro wayita kabaju balaarraa akka of eegu komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abidaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Oomishtummaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Guyyaan oomishtummaa mata duree” milkaa’ina oomishtummaaf tattaaffii waloo guddina biyyaaf” jedhuun magaalaa Finfinnee galma Barkumeetti kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa cimsuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa akkasumas paarlaamaa haala cimsuun danda’amurratti mariin gaggeeffame. Af-yaa’iin Mana…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaa qamadii yoo babal’isne naannawaa keenyaaf kuusaa daabboo ta’uu dandeenya-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)-“Hanga ammaatti oomishtummaa qamadii galmeessisne cimsaa fi babal’isa yoo adeemne wabii nyaataan of danda’uu bira darbee naannawaa keenyaaf kuusaa…