Oduu biyya keessaa Bulchinsi magaalichaa ‘Daandii Nageenyaa’ moggaase Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaala Finfinnee Daandii haaraa sadarkaa isaa eeggatee ijaarame Uraa’el irraa gara ‘Walloo safar’ geessuu “Daandi Nageenyaa” jechuun moggaase.…
Ispoortii Harariitti guyyaa nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandirraa gaggeeffame Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Naannoo Hararitti Qaammee 3 guyyaa Nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandiirra gaggeeffame. Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 mata…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa’eel Daayrektara Jeneraalaa Poolisii Biyyaalessa Jiibuutii waliin… Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraala Dammallash Gabramikaa’eel Daayrektara Jeneraalaa Poolisii Biyyaalessa Jiibuutii Kolooneel…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa ture waliin yoo madaalamu karoorri bara 2014 milkaa’aa ture- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Dhiibbaa hunda galeessa biyyattii keessa ture waliin yoo madaalamu karoorri bara 2014 milkaa’ina kan qabu ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Godinaaleen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godinaaleen Walaayittaa, Kafaafi Kambaataa Xambaaroo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan. Bulchiinsi godinaafi uummanni Walaayittaa Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 39.5 ol taasise Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godinni Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 39.5 olitti tilmaamu taasise. Godinichi deeggarsa sangoota 250, re’ootaa 12 fi hoolota…
Fayyaa Walga’iin piroojektii laaboraatoorii TB cimsuu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Walgahiin Koree Qindeessituu Piroojektii Laaboraatoorii TB Giloobaal Fandii Fayyaa Hawaasaa naannawaa Bahaa, Giddugaleessaafi Kibba Afrikaa 8ffaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen Waldaa “Muyaa Ityoophiyaa” daawwatan Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Kantiibaan magaalaa Finfinnee fi hoggantoonni olaanoon magaalichaa oomishtootaafi oomishtummaa jajjabeessuuf Waldaa dhuunfaa itti gaafatamummaansaa murtaa’e…
Biiznasii Bara baajatichaatti oomisha warqeerraa galii Doolaarri miiliyoonni 560 ol argameera- MA Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti oomisha warqeerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 60 argamuu Ministeerri Albuudaa ibse. Ministeera Albuudaatti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa oomishaafi oomishtummaa dabaluuf indaastiriiwwan oomishaa waliin mari’ate Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee oomishaafi oomishtummaa dabaluuf indaastiriiwwan oomishaa waliin mari’ate. Bulchiinsi magaalichaa guyyaa oomishtummaa…