Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paaleezee waliin mari’atan.…