Naannoo Oromiyaatti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaa magaaloota garaagaraatti guyyaan yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisaa ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 2ffan kabajamaa jira.…