Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kutaa Magaalaa Araadaatti naannawaa shaakala Ispoortii eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti naannawaa shaakala ispoortii bifa haaraan ijaarame eebisiisaniiru.…
Namni dhuunfaan garee shororkeessaa Shaneef loojistikii dhiyeessuun shakkame to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Nama dhuunfaa garee shororkeessaa Shaneef loojistikii dhiyeessuun shakkame to’annaa jala oolchuu Poolisiin naannoo Uummattoota Kibbaa beeksise.…
Baankiin Daldalaa Keeniyaa Ityoophiyaatti damee faayinaansiirratti bobba’uuf fedhii qabu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan damee faayinaansii abbootii qabeenyaa alaaf banaa taasisuu hordofee Baankiin Daldalaa Keeniyaa biyyattiitti damee faayinaansiirratti…
Dhaabbileen oomishaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti akka hirmaatan waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Dhaabbileen oomishaafi abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti akka hirmaataniifi warreen jiranis hojiilee…
Gabaan Oomishaa Ityoophiyaa qamadii walbichisiisuu eegaluufi
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Gabaan Oomisha Ityoophiyaa barana oomisha qamadii sirna gabaa ammayyaan walbichisiisuu eegaluuf qophaa’uu beeksise.
Hoji Gaggeessan Koorporeet…
Dhibee busaa ittisuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Tattaaffii mootummaan dhibee busaa ittisuufi to’achuuf taasisuuf kan oolu deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Doolaara miiliyoona 45tti shallagamu…
Oomisha qamadii makaruun eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaafi Booraatti hojiin oomisha qamadii walitti qabuun eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi akka…
Injinar Taakkalaa Uumaafi Aadde Caaltuu Saaniin magaalaa Duukamitti warshaa seeraamikii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaafi Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin magaalaa…
Haroon kuusaa bishaanii Birrii miliiyoona 17’n ijaarame xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godina Gujii Aanaa Adoolaatti haroon kuusaa bishaanii Birri miliiyoona 17’n ijaarame xumurameera.
Kuusaan kun Walta'iinsa…