Magaalaan Koram gara sochii idileetti deebi’aa jiraachuu jiraattonni ibsan
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT baatiiwwan hedduuf gochaalee gara jabinaa kan keessatti raawwachaa ture Magaalaan Koram gara sochii idileetti deebi’aa…