Deeggarsa namoomaas ta’ee eeggumsi nageenya lammiilee mariif hin dhiyaatu – Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenya lammiilee mirkaneessuu fi tajaajila dhiyeessa deeggarsa namoomaarratti ergama heera mootummaan qabu ba’uuf murannoo qabaachuu…