Obbo Umar Huseen Daayrektara olaanaa Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Qonnaa Obbo Umar Huseen Fooramii Nyaata Addunyaa cinaatti Daayrektara olaanaa Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa Kuu Doongiyuu…