Ityoophiyaan marii Raayyaa Ittisaa Afrikaa-Hindirratti hirmaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) –Jilli Ministira Ministeeraa Raayyaa Ittisa Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamu marii Raayyaa Ittisaa Hindi-Afrikaa Guujiraattitti gaggeeffamaa jiru…