Oduu biyya keessaa Godina Gondaritti Boombiin 40 to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Godina Gondar aanaa Matammaa ganda Gubaayitti Boombiin F1 40 gocha shororkeessummaaf ooluuf ture to’atamuu poolisiin beeksise. Koreen Qimaant…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen odeeffannoo Sudaanii fi Ityoophiyaa tasgabbii naannawaarratti mari’atan Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Dhaabbileen odeeffannoo Ityoophiyaa fi Sudaan nageenyaa fi tasgabbii naannawaa cimsuurratti mari’ataniiru. Tajaajillii Nageenyaa Odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Saayinsii Uumamaa boru yuunivarsiitii galu eegalu Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Barattoonni Saayinsii Uumamaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 marsaa 2ffaa boruu yuunivarsitii ramadaman kan seenuu kan eegalan ta’uun…
Oduu biyya keessaa Gatiin gurgurtaa sibiilotaa fi konkolaattota hojiin alaa ta’anii ifoome Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Mootummaan sibiilotaa fi konkolaattota hojiin ala ta’an dhaabbilee garaagaraatti argaman gurguruuf gatii gurgurtaa ifoomseera. Ministeerri Albuudaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 62 ol taasise Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 62fi akaakuu Birrii kuma 670…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota nageenya, tokkummaa fi obbolummaa cimsanirratti hojiin bu’aa qabeessi hojjetame –… Sifen Megersa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Kurmaana darbe dhimmoota nageenya, tokkummaa fi obbolummaa cimsanirratti hojiin bu’aa qabeessi hojjetamuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanch…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Oduu biyya keessaa Mariin Fooramii Xaanaa 10ffaan eegale Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Mariin yaa’iin duraa Fooramii Xaanaa 10ffaan guyyaa har’aa gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’ichi dhimmoota nageenyaarratti kan xiyyeeffatu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan uwwisa Humnaa ishee guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jirti – Obbo Ashabbir Baalchaa Sifen Megersa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan dhiyeessii humnaa guddisuun walitti hidhamiinsa naannawaa Baha Afrikaa dhugoomsuuf hojjechaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Humna…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii kanaa ni eegala… Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii Onkoloolessaa kan eegalu ta’uu Sadarkaa Itti aanaa…