Oduu biyya keessaa Boordichi sagantaa murtee ummataa ifoomse Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Naannoo Sabaa fi Sablammoota Kibbaatti kan argaman godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5tti murtee ummataa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata qola bunaa fi lawuzii samerraa zayiita nyaataa oomishurratti tarkaanfiin fudhatame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Qola bunaa lawuzii sameen makuun dhaabbata zayiita nyaataa oomishurratti tarkaanfiin fudhatame. Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To’annoo Nyaataa,…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Afyaa’ii Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Pireezidaanti FDRI Saahilawarqi Zaawude Afyaa’ii Mana Maree Biyyalessaa Kooriyaa Kibbaa Kim Jiin Piiyoon waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon Jeneraal Taaddasaa Birruu 100ffaan Onkoloolessa 13rraa eegalee kabajama Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Yaadannoon gootummaa Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu waggaa 100ffaa sirnoota garaagaraan Onkoloolessa 13 irraa eegalee kabajuuf qophiin taasifamaa…
Idil Addunyaa NATO’n Raashiyaa waliin waraana keessa seenuu amaneera-Meedveedeev Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Waadaa Waraanaa Atilaantik Kaabaa (NATO) Raashiyaa waliin waaraana keessa seenuu Barreessaan NATO Yoonsii Istoltanbarg kallaatti biraan…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Afrikaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaatti Ittaanaa Pireezidaantii Baankii Addunyaa… Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) - Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Afriikaa Bahaa fi Afriikaa Kibbaattii Ittaanaa Pireezidaantii Baankii Addunyaa Viktooriyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Umar bakka bu’aa Afrikaa Dhaabbata Qonnaa fi Sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseen bakka bu’aa Afrikaa Dhaabbata Qonnaa fi Sagantaa Nyaataa Addunyaa Obbo Abbabaa Hayilagarbre’eel waliin…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa rakkoolee Ityoophiyaa waaraan furuu kan dandeessisu ta’uu qaba- Hoggantoota… Ayana Dheressa Oct 11, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Mariin biyyaalessaa rakkoolee Ityoophiyaa waaraan furuu kan dandeessisu ta’uu akka qabu hoggantoonni Olaanoon mootummaa ibsan. Pireezidaantonni…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi misooma manneenii Aqaaqii Qaallittii yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramuuf… Ayana Dheressa Oct 11, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Ijaarsi misooma manneenii Aqaaqii Qaallittii yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramaniif ittigaafatamummaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Shaallaa Biilaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 67.8’n ijaarame eebbifame Ayana Dheressa Oct 11, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsiitti Manni Barumsaa Shaallaa Biilaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 67.8'n ijaarame eebbifame. Jilli Hogganaa…