Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi raawwate Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi Batsakaanaa Sillaasee Kaateediraaliitti har’a raawwateera. Sagantaan gaggeessa reeffa Artistii Maadiingoo…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Irreechaa Kutaalee Magaalaa Finfinneetti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Jalaa bultiin Ayyaanaa Irreecha Hora Finfinnee sirnoota garaagaran Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti ergamtoonni Shaneefi ABUT 82 to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti meeshaalee waraanaa garaagaraa dabalatee ergamtoonni Shaneefi ABUT 82 to’atamuu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa magaalichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoofi Korporeeshiniin Intel waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoofi Korporeeshiniin Intel waliin hojjechuuf sanada waliigaltee waliif mallatteessan. Waliigaltichaan ijaarsa dandeettii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaliyaa Poolisii Federaalaa daawwatan Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad Ityoophiyaatti Waajjira Olaanaa Poolisii Federaalaatti argamuun daawwannaa hojii taasisan.…
Fayyaa Ugaandaatti ogeeyyiin fayyaa 6 Iboolaan qabamuu gabaafame Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ugaandaatti ogeeyyiin fayyaa 6 vaayirasii Iboolaan qabamuu gabaafame. Ogeeyyiin fayyaa kunneen vayirasichaan qabamuu erga mirkanaa’ee booda yaala…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti sagantaan nyaata barattootaa Birrii miiliyoonaa 43 oliin eegale Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)-Magaalaa Shaashamanneetti sagantaan nyaata barattootaa Manneen barnootaa 30 kennamu Birrii miiliyoona 43.7’n eegaleera. Sagantaa kanaan magaalattiitti…
Oduu biyya keessaa Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Sagantaan hundeeffama…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Morookoon damechaan walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Morookoon damee buufata doonii, terminaalaa fi loojistiksiin walta’iinsaan hojjechuuf waliigaluun eerame. Jilli Hoji Gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 taasise Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31’tti tilmamamu taasise. Deeggarsichaas Ittaantuu Pireezidaantii Naannichaa Aadde…