Seenaa, eegumsa hambaa fi Arkiyooloojiin tumsi faayinaansii Faransaay kan baroota…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) - Seenaa, eegumsaa hambaa fi hojiilee arkiyooloojiirratti tumsi faayinaansii faransaay kan baroota dheeraati jechuun Pireezidanti FDRI Saahilawarqi Zawudee…