Ityoo Teelekoom magaalaa Jimmaatti barattoota 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise
Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Ityoo Teelekoom dameen Kibba Lixaa magaalaa Jimmaatti barattoota harka qalleeyyii 600 oliif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseera.
Dhaabbatichi…