Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Naannoon Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiraachuun eerame.
Har’a kan jalqabe yaa’iin naannichaa guyyoota sadiif…