Manni Maree Naannoo Kibbaa piroojektoota 93 qorachuun raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa walga’ii idilee guyyaa har’aa gaggeesseen piroojektoota invastimantii garaagaraarratti mari’achuun murtoo…