Pireezidaanti Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon magaalaa Hararitti biqiltuu…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Oordiin Badirii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo magaalaa Hararitti biqiltuu dhaabaniiru.…