Biyya Magariisaan uwwiifamte dhaloota dhaalchiisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Biyya Magariisaan uwwiifamte dhaloota dhufuu dhaalchiisuuf hirmaannaan hawaasa hundaa murteessa ta'uu Ministeerri Haqaa beeksise.
Jilli Deetaa…