Magaalaa Finfinneetti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’ataman
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti oppireeshinii qindaa’aa Poolisiin Magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa gaggeessaniin meeshaaleen…
Walitti Bu’insa konkolaataa Aanaa Baakkoo Tibbeetti uumameen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tibbee Magaalaa Shobokaa naannoo Laga Maraa jedhamutti walitti bu'insa konkolaataa abbaa gommaa 10 fi konkolaataa wal…
Tajaajilli Elektirika Ityoophiyaa baatiiwwan 6’n darbanittitti galii Birrii biiliyoona 11 ol …
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirika Ityoophiyaa baatiiwwan 6'n darbanitti galii Birrii biiliyoona 11 fi miiliyoona dhibba 1 walitti qabuu beeksise.
Tajaajilichi bara…
Oromiyaatti Baatiwaan jahan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 25 ol argame
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Biiroon galiiwwan Oromiyaa baatiiwwan ja'an darabanitti galii Biirr biiliyoona 25 fi miiliyoona walitti qabuu beeksiise.
Galiin argame…
Qaamoleen garaagaraa lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Qaamoleen garaagaraa lammiilee sababa hongee fi waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol taasisan.
Ityoophiyaanonnii fi…
Hospitaaloonni qoricha liqaan fudhatan Birrii biiliyoonni 1.3 osoo hin deebisiin hafuu isaaniin…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Hospitaaloonni qoricha liqaan fudhatan Birrii biiliyoonni 1.3 osoo hin deebisiin hafuu isaaniin rakkachaa jiraachuu Tajaajilli Dhiyeessa…
Magaaloota Waldiyaa, Marsaa, Wacaalee fi naannawaa jiranitti tajaajilli humna Elektirkaa adda cite
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Utubaa Sarara daddabarsa humnaa elektirikaa abbaa Kiiloo Vooltii 66 irratti balaa ibiddaa muudateen magaaloota Waldiyaa, Marsaa, Wacaalee fi…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu anga’oota mootummaa Sawud Arabiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu hogganaa olaanaa Wiirtuu deeggarsa namoomaa mootii Sawud Arabiyaa Dooktar Abdullaahi…
Oomishoonni sadarkaa qulqullinaa dirqisiisaa ta’e hin guunne gara biyya keessaa akka hin seenne…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) –Qorannoo laabiraatoorii fi Sakattoo Inspeekshinii oomishaalee alaa galanirratti gaggeeffameen oomishoonni sadarkaa qulqullinaa dirqisiisaa ta’e hin guunne…