Idil Addunyaa Dooniin Waraanaa Raashiyaa Galaana Gurraacha keessatti dhidhimte Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Dooniin Waraanaa Raashiyaa Galaana Gurraacha keessatti dhidhimuu gabaafameera. Dooniin Waraanaa Mooskoov jedhamuun beekkamtu Misaa’eela…
Fayyaa Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Ityoophiyaa ogeeyyii fayyaa haala rakkisaa keessatti tajaajila kennaa turan… Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Ityoophiyaa ogeeyyii fayyaa haala rakkisaa keessatti tajaajila kennaa turan galateeffateera. Waldichi yaa’iisaa waggaa 58ffaa…
Oduu biyya keessaa Magaaloota naannoleetti maallaqni dhimmoota adda addaaf nagahee malee walitti qabamu hawaasa… Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Magaaloota naannoleetti maallaqni dhimmoota adda addaaf nagahee malee walitti qabamu hawaasa daraan komachiisaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dhalattoonni Gujii Finfinnee jiraatan lammiilee hongeen miidhamaniif deggarsa midhaanii kuntaalaa… Ayana Dheressa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Dhalattoonni Gujii Finfinnee jiraatan namoota biroo dabalachuun lammiilee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa daakuu Boqqolloo kuntaalaa…
Oduu biyya keessaa Duulli Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qaamolee garagaraatin Aramaa Bocee hara Dambal weerare ittisuun gaggeeffameera. Bulchiinsi Magaalaa Baatuu Hara Dambal…
Oduu biyya keessaa Waldaan Aksiyoona Tajaajila Qonnaa Marii Ganamaa qonnaa bultoota adda duree turaniin gara Aksiyoonaa… Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Waldaan Aksiyoona Tajaajila Qonnaa Marii Ganamaa qonnaa bultoota adda duree turaniin gara Aksiyoonaa dhaabuutti dhufanii hundeeffameera. Waldichi galtee…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa Biyyaalessaatti proojektiiwwan bishaan dhugaatii kumni 3 fi dhibbi 7 ol ijaaramaa jiraachuu… Ayana Dheressa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti proojektiiwwan bishaan dhugaatii kumni 3 fi dhibbi 7 ol gama Sagantaa Qindeessa Bishaan Dhugaatiin ijaaramaa jiraachuu …
Oduu biyya keessaa Ministeerri Hojii fi Kalaqaa Eebila 9 irraa kaasee agarsiisaa fi baazaarii ni qopheessa Obse Wakgari Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Kalaqaa Eebila 9 hanga Eebila 15, 2014tti kan turu agarsiisaa fi baazaarii kan qopheessuu ta'uu beeksiseera. Agarsiisaa fi baazaarii…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa Xaa’oo Uumamaa bal’iinaan fayyadamuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu ibse Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Naannolee Ityoophiyaa garaagaraatti hojiirra ooluu kan eegale Xaa’oo Uumamaatti bal’inaan fayyadamuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu…
Uncategorized Har’a galgalaa eegalee Lammiilee waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan simachuun ni… Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Galgala Har’aa eegalee Lammiilee waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti simachuun ni…