Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen ergaa baga Ayyaana Cuuphaan isin ga'e dabarsan. Preezdaantii Saahilawarqi karaa fuula Tiwiiterii isaanii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni cuuphaa magaalaa Assellaatti haala hoo’aa ta’een kabajame Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Ayyaanni cuuphaa magaalaa Assellaatti haala hoo'aa ta'een kabajameera. Ayyaana cuuphaa irraatti erga kan dabarsaan hojii gaggeessa kutaa lallaabaa…
Uncategorized Qaala’iinsa diinagdee sababa weerara Vaayrasiiv Kooroonaan uumame saffisaan dandamachuuf… Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Qaala'iinsa diinagdee sababa weerara Vaayrasii Koroonaan uumame saffisaan dandamachuuf biyyoonni tumsaan hojjechuu akka qaban Preezdaantiin Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti ayyaanni cuuphaa sirna ho’aan kabajame Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti ayyaanni cuuphaa sirna ho'aan kabajameera. Bulchinsa magaalichatti jala bultii ayyaana kataraa irraa kaasee ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Aadaa fi Amantaalee waan gaariif oolchutu barbaachisa – Obbo Qajeelaa Mardaasaa Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Qabeenya Aadaa fi Amantaalee biyya keenyatti argaman waan gaariif oolchuun barbaachisaa ta'uu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru. Boqochuu Artistii jaalatamaa fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin SomaaleeLaandi Museebiihiin Abdiin Magaalaa Hawaasaa galan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii SomaaleeLaandi Museebiihiin Abdiin durfamu Magaalaa Hawaasaa galeera. Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Hawaasaa ga'u Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Cuuphaa Goondaritti kabajuun gammachuu fi miira addaa qaba – Dooktar Yiliqaal Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Cuuphaa Goondaritti kabajuun gammachuu fi miira addaa qabaachuu Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan ibsaniiru. Ayyaannicha…
Oduu biyya keessaa Sirni Cuuphaa Hurufa Boombiitti Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombitti sirna Cuuphaa haala hoo'aa ta'een gaggeeffameera. Sirni Cuuphaa kun akkaataa barsiifata Amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Qabsaa’aafi Artistiin Nuhoo Goobanaa boqate Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Artistiin gameessi beekamaafi Jaallatamaan Nuhoo Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqateera. Nuhoon qabsoo guddina aartiifi Afaan Oromoof taasise…