Akka seektara hojii fi ogummaatti manneen harka qalleeyyii kuma 1 fi 400 ol ni haaromfamu jedhame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Fayyadamummaan haqa qabeessi akka mirkanaa’uu fi walqabannee guddachuuf, manneen harka qalleeyyii kuma 1 fi 428 akka haaromfaman Ministirri Ministeera…