Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad barsiisota bakka bu’oota waliin mari’atan Ayana Dheressa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad barsiisota bakka bu’oota guutuu biyyattiirraa walitti babba’an waliin guyyaa har’aa mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Saaxilamummaa lolaa hir’isuuf hojjechaan jira – Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Yonatan Birhanu Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 05, 2017 (FMC) - Bulchiinsi magaalaa Asallaa gandoonni aanaa Xiyyoo naannawa magaalattii jiran lolaan akka hinmiidhamneef hojjechaan jira jedhe. Jiraartonni gandoota…
Oduu biyya keessaa Seenessa waloo cimsuuf ijaarsa eenyummaa waloorratti xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha-… Ayana Dheressa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) –Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii seenessa waloo cimsuuf xiyyeeffannoon hojjechuutu irraa eegama jedhan Itti gaafataman Damee Hariiroo Uummataafi…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutichi qorannoolee adda adda gaggeessuun kitaabilee 31ta’an maxxansiise Sifen Megersa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Inistiityuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo qorannoolee adda adda gaggeessuun kitaabilee 31ta'an maxxansiiseera jedhe. Inistiityuutiin Qorannoofi…
Oduu biyya keessaa Buusii soorama hojjettootaa dhaabbilee dhuunfaarraa birrii biiliyoonni 40 ol walitti qabame Sifen Megersa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Bara kana Buusii soorama hojjettootaa dhaabbilee dhuunfaa Birriin biiliyoonni 40 ol walitti qabame jedhe Bulchiinsi Wabii Hawaasummaa Hojjettoota…
Oduu biyya keessaa Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaan Waxabajjii 22, 2017 gaggeeffama Sifen Megersa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Guyyaa Yaadannoo Wareegamuu waggaa 5ffaa fi Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaa ilaalchisee Boordiin Faawundeeshinii Haacaaluu ibsa kenneera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Tasfaayee Niwaay Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun muudaman Ayana Dheressa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Obbo Tasfaayee Niwaay Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun muudamaniiru. Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Hojiilee misoomaa guyyoottan 90 itti aanan hojjetaman irratti hoggansi kutannoon hirmaachuu qaba-… Ayana Dheressa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Hojiilee misoomaa guyyoottan 90 itti aanan magaalaa Finfinneetti hojjetaman irratti hoggansi kutannoon hirmaachuu akka qabu Kantiibaan magaalichaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaa ittisuuf kan kennuufi kan fudhatu irratti tarkaanfiin wal fakkaataan fudhatamuu qaba… Sifen Megersa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Malaammaltummaa ittisuuf kan kennuufi kan fudhatu irratti tarkaanfiin wal fakkaataan fudhatamuu qaba jedhe Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi kaffaltoota gibiraa karaa elektirooniksiin gibira kaffalanii guddachaa jira Ayana Dheressa Jun 12, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) - Lakkoofsi kaffaltoota gibiraa sirna elektirooniksiin gibira kaffalanii guddachaa jira jedhe Ministeerri Galiiwwanii. Ministeerichatti Hogganaan…