Baatiwwan 8 darbanitti daldala alaarra galiin doolaarri biiliyoonni 2.52 argame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) –Baatiwwan 8 darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa Biiliyoonni 2.52 argamu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa beeksiseera.…