Ispoortii FIFAn Liidiyaa Taaffaseef waamicha dhiyeesse Sifen Megersa Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Haadha Murteessummaa Kubbaa Miilaa Liidiyaa Taaffaseef dorgommii waancaa addunyaa umrii waggaa 17 gadiirraa waamicha taasiifameefiira.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaadii Birrii miiliyoona 81 olii to’atame Debela Tadesse Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) –Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 81.5 tti tilmaamamu to’annoo jala oolfamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi hordoffii…
Ispoortii Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan galgala sa’aatii 3:30 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu. Taphni Saawuuzhamtoonii fi Cheelsii…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen jila olaanaa Sagantaa Nyaataa Addunyaa fi Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Oboo Musxafee Muhaammad Jila Olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa fi Miseensota Paarlaamaa Kooriyaa Kibbaa waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf wareegama kamuu kaffaluuf qophiidha – BMDD Debela Tadesse Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) –Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf wareegama kamuu kaffaluuf qophii ta’uu Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa beeksiise. Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa…
Oduu biyya keessaa Qormaatileen heddummatanis barri 2014 bara milkiin hedduun itti galmaa’eedha – TKM Sifen Megersa Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Qormaatileen heddummatanis barri 2014 bara milkiin hedduun itti galmaa’e ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilli…
Biiznasii Ayyanaan hanqinni dhiyeessii akka hinmudannee hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Ayyana jijjiramaa waggaa sababeeffachuun hanqinni oomishaalee qonnaa fi indaastirii akka hinmudanneef hojjetamaa jiraachuu Eejensiin Hojii Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Qormaatileen heddumatanis barri 2014 bara milkiin hedduun itti galmaa’eedha – TKM Sifen Megersa Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Qormaatileen heddumatanis barri 2014 bara milkiin hedduun itti galmaa’e ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa fi nageenya ummataaf walta’iinsaan hojjetamu qaba jedhame Debela Tadesse Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Shira diinaa sadarkaa amasiinsaan dhaabuun nageenyaa fi tokkummaa ummataaf walta’iinsaan hojjechuun barbaachisa ta’uu qondaaltonni hojii mootummaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwan Finfinnee fi Afrika Kibbaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Aug 30, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Yuunivarsitiin Afrika Kibbaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalteechas Pireezidaantii…