Oduu biyya keessaa Hidhattoota Shanee 45 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaa Begii ganda Teenzatti Hidhattoota Shanee 45 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsameera. Hidhattoota Mana…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 133 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Balalii marsaa sadiiN guyyaa har’aa lammiileen kumni 1 fi 133 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Lammiilee kanneen keessaa 3…
Oduu biyya keessaa Manneen murtiitti adeemsi haqaa harkifachuu fi murteen jallachuun yaaddoo malaanmaltummaa ta’aa… Debela Tadesse Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Manneen murtiitti adeemsi haqaa harkifachuu fi murteen jallachuun yaaddoo malaanmaltummaa ta’aa jiraachuu Koomiishiniin Naamusaa fi Farra…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Godina Booranaatti Mana Barumsaa Ifa Boruu fi Siidaa Sheek Bakrii Saphaloos… Sifen Megersa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu Godina Booranaa Magaalaa Yaa’abal’ootti Proojektoota misoomaa…
Teeknooloojii Magaalaa Adaamaatti agarsiisni saayinsii fi teeknooloojii baname Ayana Dheressa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Kaaffee Saayinsii Adaamaatti agarsiisa saayinsii fi teeknooloojii banuu ibsameera. Agarsiisicha…
Oduu biyya keessaa Manni Maricha haleellaa gareen Shanee lammiilee nagaarratti raawwate balaaleffate Sifen Megersa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa haleellaa gareen Shanee iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwate balaaleffateera.…
Oduu biyya keessaa Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa ni guddisna- Injinar Taakkalaa Uumaa Ayana Dheressa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa kan guddisan ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “FIAS” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera… Debela Tadesse Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka…
Oduu biyya keessaa Yunvarsiitiin Haramayaa qonnaan bultoota hongeen miidhamaniif sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 17… Ayana Dheressa Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Yunvarsiitiin Haramayaa Qonnaan Bultoota hongeen miidhamaniif sanyii filatamaa kuntaala kuma 3 fi 416 Birrii miiliyoona 17 baasu raabseera. Sanyii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hiyyummaa hir’isuu fi bu’uuraalee misoomaa tajaajiloota hawaasummaa guutuuf jijjiirama… Debela Tadesse Jul 1, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan waggootan darban hiyyummaa hir’isuu fi bu’uuraale misoomaa tajaajilootaa hawaasummaa guutuuf jijjiiramaa fooyya’aa galmeessuu Sagantaan…