Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Soor haala hoo’aa ta’een kabajame Sifen Megersa Nov 28, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) - Godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Mattuutti Irreechi Malkaa Soor haala hoo'aa ta'een kabajamuu ibsame. Irreechii Malkaa Soor waggaa waggaan walakkeessa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Illeenii Gabramadihin gorsituu diinagdee walabarraa kaafaman Sifen Megersa Nov 28, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) - Dooktar Illeenii Gabramadihin guyyaa har'aa eegalee gorsituu diinagdee walabarraa kaafamuu isaanii ibsameera. Muddee 5, 2013 Muummee Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessa ABUT Afaar magaaloota Kaasaagitaa fi Mudiinaa gadi dhiisee osoo hin dheessiin… Sifen Megersa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessa ABUT Afaar magaaloota Kaasaagitaa fi Mudiinaa gadi dhiisee osoo hin dheessiin dura daa'immanii hedduu fi qabeenya barbadeessuu…
Oduu biyya keessaa Damee dippiloomaasiin haala kanaan duraarra tattaaffii guddaan ni hojjetama- Ambaasaaddar Reediwaan… Ayana Dheressa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Damee dippiloomaasiin hojiileen haala yeroo ilaalcha keessa galchan xiyeeffannoo itti kennamee kan hojjetaman ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Musxafee Mahaammadiin durfamu Hargeessaa gale Ayana Dheressa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaant naannoo Somaalee Musxafee Mahaammadiin durfamu Soomaaliilaand Hargeessaa galeera. Jilichi dhimmoota nageenyaa, hariiroo daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma qonnaa godina Jimmaa jajjabbeessa ta’uu ibsame Ayana Dheressa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Hojiin misooma qonnaa godina Jimmaa jajjabbeessa ta’uu sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastara misooma baadiyaa obbo Abdurahmaan…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota kuma 1 ol deeggarsa taasise Ayana Dheressa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota kuma 1 fi dhibba 100 deeggarsa taasisuu ibsame. Sangoota godiinaalee naannichaa hundarraa walitti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti namoota kuma 1 fi dhibba 9 oliif carraan hojii uumamuu ibsame Ayana Dheressa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti namoota kuma 1 fi dhibba 9 fi 54 oliif carraan hojii uumamuu ibsameera. Jiraattota magaalichaa waldaalee dhibba 3 fi 35 jalatti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Buraayyuutti rasaasni seeraan alaa kuma 4 ol to’atame Ayana Dheressa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti rasaasni seeraan alaa kuma 4 fi dhibba 3 fi 41 to’atamuu ibsameera. Rasaasni kun humna shororkeessaa Shaneef osoo…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Aanaa Jiddaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisan Sifen Megersa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) - Jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Jiddaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiisaniiru. Qonnaan Bultoonni, Hojjettoonni…