Oduu biyya keessaa Namoonni Birriin sobaa kumni 58 harkatti qabame to’ataman Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Namoonni Birriin sobaa kumni 58 harkatti qabame 2 to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tafarii Mallas hojiilee nageenya mirkaneessuu fi misoomaa mootummaan hojjechaa… Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Tafarii Mallas hojiilee nageenya mirkaneessuu fi misoomaa mootummaan hojjechaa jirurratti miseensota paarlaamaa Ingiliziif ibsa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Hindii wantoota hedduun walitti hidhamee kan baroota dheeraa… Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Hariiroon Ityoophiyaa fi Hindi wantoota hedduun walitti hidhamee kan baroota dheeraa lakkoofsiseedha jedhan Ministirri Dhimma Alaa Hindii…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiiftuu tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu cimee akka itti fufu… Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa tarkaanfiin olaantumaa seeraa kabachiisuu cimee akka itti fufuf kallattii ka’eera. Koreen Hoji…
Teeknooloojii Chaayinaan bara Faranjootaa 2028tti buufata maddaa anniisaa aduu hawaa jalqabaa ijaaruufi jedhame Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Chaayinaan bara Faranjootaa 2028’tti buufata madda anniisaa Aduu hawaa jalqabaa ijaaruuf karoorfachuu beeksisfte. Buufata maddisiisa anniisaa Aduu…
Biiznasii Baankichi oomishtoota Warqee jajjabeessuuf gatii gabaa Warqee addunyaarratti %35 dabaluun bituuf… Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa oomishtoota Warqee jajjabeessuuf gatii gabaa Warqee addunyaarratti %35 dabaluun bituuf murteessuu beeksise.…
Biiznasii Baatiiwwan 11 darbanitti Ityoophiyaan oomishaa Warqeerraa Doolaara miiliyoona 513.9 argatte Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 11 darbanitti Ityoophiyaan oomisha Warqeerraa Doolaara miiliyoona 513.9 argachuu Ministirri Ministeeraa Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa yaa’ii idilee 14ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeessaa jira. Manni marichaa yaa’iisaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa har’a jalqabe Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa har’a gaggeessuu eegaleera. Koreen Hojii Raawachiiftuu walga'ii har’a eegaleen,…
Oduu biyya keessaa “Nageenyi bu’uuraa waan hundaati; bu’uurri nageenyaa ammoo nama” Obbo Binnaalfi Anduwaalem Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – “Nageenyi bu’uuraa waan hundaati; bu’uurri nageenyaa ammoo nama” jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalem. Konfiransiin…