Oduu biyya keessaa Ministeerichi ramaddii Ambaasaaddaroota haaraa muuddamanii ifoomse Ayana Dheressa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa ramaddii Ambaasaaddaroota haaraa muuddamanii ifoomseera. Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Amajjii 18,2014…
Oduu biyya keessaa Godina Baaleetti Namoonni daddabarsa daa’immaaniin shakkaman to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti Namoonni daddabarsa daa'immaaniin shakkaman 2 to'atamuu Waajjirri Poolisii aanaa Sinaanaa beeksiseera. Daa'imman umriin isaanii…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaatti Sassaabbiin Oomisha qamadii jallisii marsaa 1ffaa eegale Sifen Megersa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti Inisheetiivii Qamadii jallisii marsaa 1ffaan lafa hektaara kuma 3 ol irratti misoome sassaabuun eegalamuu Waajjirri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Caaltuu Saaniin durfamu Proojektii misooma qarqara Laga Awweetuu Magaalaa Jimmaa… Sifen Megersa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamu Proojektii misooma qarqara Laga Awweetuu Magaalaa Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Ejensichi tattaaffii manneen barnootaa barbadaa’an deebisanii dhaabuuf taasifamu kan deeggaru ta’uu… Ayana Dheressa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Jaappan tattaaffii manneen barnootaa barbadaa’an deebisanii dhaabuuf taasifamu kan deeggaru ta’uu beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Ityoophiyaatti nagaa buusuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf deeggarsi taasiisaa jirtu… Sifen Megersa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Chaayinaan Ityoophiyaatti nageenya waaraa buusuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf deeggarsi taasiisaa jirtu kan dinqisiifamu ta'uu Dubbii…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ristuun durfamu Qamadii Jallisii boneen misoomaa jiru daawwate Sifen Megersa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawwun durfamu Godina Guraageetti Qamadii Jallisii Boneen misoomaa jiru…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen odeeffannoo dhugaa uummataan kan gahanii fi tokkummaa sabdaneessummaa kan eegsisan… Ayana Dheressa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) –Miidiyaaleen odeeffannoo dhugaa uummataan kan gahanii fi tokkummaa sabdaneessummaa kan eegsisan ta’uu akka qaban Daayrektarri olaanaan Abbaa Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa humna elektirikaa hatan to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaa 11 osoo humna elektirikaa hatanii argaman to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajjilli…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi barattoonni yuunvarsiitii seenan ragaalee barbaachisoo akka guutaniif waamicha… Ayana Dheressa Mar 17, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa barattoonni yuunvarsiitii seenan guyyoota ragaalee guutuuf kennaman keessatti ragaalee barbaachisoo akka guutaniif waamicha…