Oduu biyya keessaa Loojiin Paarkii Biyyoolessa Awaash eebbifame Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Loojiin Paarkii Biyyoolessa Awaash keessatti Abbaa Qabeenyaa Obbo Taadiyoos Geetachootiin hojjatame xummuramuun eebbifameera. Sirni eebbicharratti…
Oduu biyya keessaa Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan… Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi fooyya’insa caaseffamaa gaggeessaa jiruun dhiyeenyatti hojiitti akka seenuu beeksise Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa fooyya’insa caaseffamaa gaggeessaa jiruun dhiyeenyatti hojiitti akka seenuu beeksiseera. Ambaasaaddarota dhiyeenya ramaddiin…
Fayyaa Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 800 Ityoophiyaaf gumaachite Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 800 Ityoophiyaaf gumaachiiteetti. Deeggarsichi Ameerikaan sadarkaa idil addunyaatti weerara…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq miseensoota koree paarlaamaa nageenyaa fi raayyaa ittisaa, dhimma alaa … Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee miseensoota koree paarlaamaa nageenyaa fi raayyaa ittisaa, dhimma alaa Taanzaaniyaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensa Ityoophiyaa fi waldaan michummaa Ityoo-Keeniyaa waliigaltee mallatteessan Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa fi waldaan michummaa Ityoo-Keeniyaa sanada waliigaltee mallatteessuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injiinaar Habtaamuu Ittifaa Baankii Addunyaatti jila daayrektara Afrikaa Bahaatin durfamu… Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittifaa Baankii Addunyaatti jila daayrektara biyyoota Afrikaa Bahaatin durfamu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaan jijjiirraa daldalaa lameenii cimsuufi ejjennoo qaban ibsan Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ministir deetaan Ministeera Daldalaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa obbo Dheengee Booruu fi Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii Somaaliyaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni hanna keebiliin shakkaman to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni hanna keebilii Baabura salphaa magaalaa Finfinnee, Ityoo-teelekoomii fi tajaajila elektirikiin shakkaman harkaa harkatti…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata hin ta’u- Obbo Mulaatuu Gammachuu Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata akka hin taane Ittaanaan dura taa'aa Kongireesii Federaalawaa Oromoo/KFO Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan…