Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad muudama garaagaraa laatan Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad muudama garaagaraa laataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Tsaggaa Arraagee Ittaanaa Komishinara…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa irratti miidhaan qaqqabe Obse Wakgari Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa irratti miidhaan qaqqabuu poolisiin ibseera. Balachi seensa Bishiishee irratti kan qaqqabe yoo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ministira dhimma biyya keessaa Sudaan waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon Ministira dhimma biyya keessaa biyyattii Leetanaal Jeneraal Anaan Hamiid Mohaammad…
Idil Addunyaa Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii keesse Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii kaa’uu beeksiifte. Biyyattii lammiilee Raashiyaa deeggartoota…
Oduu biyya keessaa Magaala Hoolataatti Boba’aan karaa seeraan alaa dabarfamuuf ture barmeelli 182 to’atame Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Magaala Hoolataatti Boba'aan karaa seeraan alaa bufaata Boba'aara warabbamee dabarfamuuf ture barmeelli 182 to’atamuu Waajjirri Poolisii magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Godina Harargee Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa… Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Godina Harargee Lixaa hongeen miidhamaniif midhaan Nyaataa kuntaala kuma 1 fi 200 deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Dhalattoonni naannoo Tigraay kumaatamatti lakka’aaman miidhaa gareen ABUT qaqqabsiisee baqachuu… Obse Wakgari Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)- Dhalattoonni naannoo Tigraay kumaatamatti lakka’aaman miidhaa fi gocha sukkanneessaa gareen ABUT isaaniirraan gahee baqachuu magaaloota ollaa naannoo…
Biiznasii Fooramiin Carraa fi haala mijataa Invastimantii damee Fayyaa Ityoophiyaarratti xiyyeefate Dubaayitti… Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Fooramiin Carraa fi haala mijataa Invastimantii damee Fayyaa Ityoophiyaa beeksiisuurratti xiyyeefate bakka Invastaroonni keessaa fi alaa argamanitti…
Oduu biyya keessaa Miseensonni MMBBU uummata isaan filate waliin mari’achuuf dhimmoota isaan dandeessisanirratti… Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa magaalaa Finfinnee dhimmoota uummata isaan filate waliin mari’achuuf isaan dandeessisanirratti…
Oduu biyya keessaa Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jira – MM FDRI Abiy… Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…