Jirraan/Qabsiisoon Ispoortii akka dhorkamu hojjetamaa jira – Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Jirraan Ispoortii/ Beetkiingiin akka dhorkamu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiise.…