Magaalichatti balaa lolaa waqtii Gannaa ittisuuf koreen qindaa’ee xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Balaa lolaa waqtii Gannaa muudachuu danda'u ittisuuf koreen qindaa'ee xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…