Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullinaa gaggeeffame Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullinaa mata duree 'Qulqullinni manaa fi maatii keenyarraa' jedhuun gaggeeffameera. Magaalichatti kosii fi balfa…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiya har’a gita isaa Gaanaa waliin ni… Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartoota biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin morkata jedhame.…
Oduu biyya keessaa Dambiin ittiin bulmaataa Paartii Baadhaadhinaa haala Ityoophiyaanoota hunda hirmaachisuu… Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Dambiin ittiin bulmaataa Paartii Baadhaadhinaa haala Ityoophiyaanoota hunda hirmaachisuu danda'u ta'uun ragga'uu itti gaafatamaan Damee Hariiroo ummataa…
Oduu biyya keessaa Injinar Taakkalaa Uumaa fi obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii… Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii fi itti aantoota…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanich Abeebee Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaaf bara hojii… Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanich Abeebeen Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa har'a filatamaniif bara hojii…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faarahii fi obbo Dammaqaa Makonniin itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa… Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeessaa jiruun obbo Adam Faarahii fi obbo Dammaqaa Makonniin itti aantoota Preezdaantii paartichaa taasiisuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeessaa jiruun Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii paartichaa taasiisuun filateera. Dooktar Abiy Ahimad sagalee…
Oduu biyya keessaa Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Horsiisee bultoota aanaa Mayyuu Mulluqqeef deeggarsa midhaan nyaataa… Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Harargee Bahaatti Horsiisee bultoota aanaa Mayyuu Mulluqqeef deeggarsa midhaan nyaataa gosa garagaraa kuntaala 800…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan boqotan Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan du'aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsame. Ruupiyaahiin bara Faranjootaa 2008 hanga 2011…
Oduu biyya keessaa Lammiilee hongee fi walitti bu’iinsaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsi taasifamaa… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa kuta biyyatti adda addaatti lammiilee hongee fi waraanaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsa taasisaa…