Kaabineen bulchiinsa magaalichaa walga’ii idilee gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 10ffaa waggaa 1ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun…