Kutaa magaalaa Addis Katamaatti Mana Bilistikaan ijaarrame keessaatti sanadoonni sobaa fi…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Kutaa magaalaa Addis Katamaatti sakattoo taasiifameen Mana Bilistikaan ijaarrame keessaatti sanadoonni sobaa fi Chaappaawwan hedduun shakkamaa waliin…