Oduu biyya keessaa Qaamoleen siyaasaa injifannoo Adwarraa barumsa fudhachuu qabu jedhame Sifen Megersa Feb 28, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Qaamoleen siyaasaa injifannoo Adwarraa barumsa fudhachuu akka qaban hoggantoonni paartilee siyaasaa hubachiisaan. Wareegama…
Oduu biyya keessaa Hanqina dhiyeessii Bishaan dhugaatii Hararii fi Dirree Dawaa furuuf hojjetamuu qaba – Dooktar… Sifen Megersa Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) - Hanqina dhiyeessii Bishaan dhugaatii Hararii fi Dirree Dawaa furuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Sirna daldalaa ammayyeessuun sirni oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf dandeessisu diriirfamuu akka… Obse Wakgari Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Sirna daldalaa ammayyeessuun sirni oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf dandeessisu diriirfamuu akka qabu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Sirna diinagdee cimaa haala siyaasaa fi diinagdee addunyaa bu’uureffate ijaaruun barbaachisaadha-… Ayana Dheressa Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Misooma diinagdee Ityoophiyaa bu’a qabeessa taasisuuf sirna diinagdee cimaa haala siyaasaa fi diinagdee addunyaa bu’uureffate ijaaruun barbaachisaa…
Teeknooloojii Bulchiinsichi dhaabbilee Saayibarii faayidaa biyyaaleessaa qabanii fi damee Teeknoolojirratti… Sifen Megersa Feb 28, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Bulchiinsi nageenya odeeffannoo dhaabbilee Saayibarii faayidaa biyyaaleessaa qabanii fi damee Teeknoolojirratti bobba’an waliin kan hojjetu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teelekoom lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 60 darbuu beeksise Ayana Dheressa Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Ityoo Teelekoom lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 60 darbuu beeksiseera. Dhaabbatichi guyyaa har’aa gamaggama raawwii hojii waggaa walakkaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokkoniin itti aantuu Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaan waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu Ministeera Dhimma Alaa fi hariiroo idil…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee konfiraansii gaggeessaa jira Obse Wakgari Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee konfiraansii gaggeessaa jira. Paartichi dhiyeenyatti kan gaggeeffamu qaama yaa’iicha kan ta’ee…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Ayyaana Adwaa 126ffaa ilaalchisuun sagantaa agarsiisaa qopheesse Ayana Dheressa Feb 28, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Ayyaana Adwaa 126ffaa Gurraandhala 23, 2014 kabajamu ilaalchisuun Mana Dubbisa Kitaabaa Abrihootitti sagantaa…
Oduu biyya keessaa Godina Buunnoo Beddelleetti Rasaasni seeraan alaa kumni 5 ol to’atame Sifen Megersa Feb 28, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti rasaasni kilaashii kumni 5fi 152 gochaa badiif socho'aa ture to’atamuu ibsme. Raasasni…