Dhaabbatichi qonnaan bultoota kuma dhibba 6 oliif galtee qonnaa dhiyeessuuf akka ta’e beeksise
Finfinnee, Caamsaa 28, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Nyaataa fi Qonnaa(FAOn) qonnaan bultoota kaaba biyyattii waraanaaf saxilamoo ta’an kuma dhibba 6 fi kuma 20’f galtee qonnaa dhiyeessuuf…