Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Asfaaltii Daaguruu – Gaalamoo eegalame Sifen Megersa Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Qaama Kooriidarii Ityoo- Jibuutii Galaa kan ta’e ijaarsi daandii Asfaaltii Daaguruu-Gaalamoo kiiloo meetiraa 30 eegalame. Ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Hongee muudate qolachuuf bulchiinsa bishaanii fi walitti hidhamiinsa gabaarratti xiyyeeffannoon… Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad ibsa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf laataniin hongee muudate qolachuuf bulchiinsa bishaanii fi walitti…
Oduu biyya keessaa Yeroo ammaa oomisha caalaa rakkoon loojastiksii daraan hammachaa dhufeera – MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad ibsa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf laataniin yoo Loojastiksiin hin jiraanne haalli waliigalaa rakkoo keessa…
Oduu biyya keessaa Biirichi dameewwan barnootaa, fayyaa fi hawaasummaatin fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuu kan… Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Biiroon dhimma dubartootaa fi daa'immanii Oromiyaa raawwii hojji isaa baatiwwan 6 magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jira. Qorannoon raawwii hojii…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Birrii biiliyoona 1 olitti tilmamamu alaa galaa ture oomisha biyya keessan bakka buusuun… Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffii dhimmoota diinagdee ilaalchisee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummatarraa ka’aniif deebii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroota buleeyyii fi haaraaf leenjiin laatamuu eegale Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfiinnee , Gurraandhala 15, 2014 (FBC)- Ambaasaaddaroota buleeyyii fi haaraaf leenjiin laatamuu eegaleera. Leenjichi guyyoota 15 kan turu yoo ta’u, magaalaa Bishooftuutti laatamuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Feb 22, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeessaa jira.…
Fayyaa Jilli Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu lammiilee godina Booranaa hongeen miidhaman daawwachuuf… Obse Wakgari Feb 22, 2022 0 Finfiinnee , Gurraandhala 15, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaan Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu lammiilee godina Booranaa hongeen miidhaman daawwachuuf godinicha galeera.…
Oduu biyya keessaa Namoonni maallaqa biyyoota garaagaraa fakkeessanii maxansaa turan to’ataman Ayana Dheressa Feb 21, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Namoonni lammummaan isaanii kaameeruun ta’e kutaa magaalaa Boolee aanaa 03 bakka Pireesadeenshiyaal jedhamuun beekamutti maallaqa biyyoota garaagaraa…