Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti facaasaan oomisha ruuzii kilaastara eegalame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti facaasaan oomisha ruuzii kilaastara eegalameera. Godinichatti bara darbe oomisha ruuzii lafa heektaara kuma 2 fi 100 irratti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Qoophiroos hojiilee misoomaa tumsaan hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Qoophiroos hojiilee Invastimantii, Turizimii fi Qonnaarratti tumsaan hojjechuuf walii galan. Xaaliyaaniitti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59 hojjetaman eebbifaman Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojeektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59'n hojjetaman eebbifamaniiru. Manneen barnootaa sammuun namaa itti…
Idil Addunyaa Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa godaantotaan dhuunfatamuu akka danda’an gamtichi akeekkachiise Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa godaantotaan dhuunfatamuu akka danda’an Gamtaan Awurrooppaa akeekkachiisuu gabaafame. Sababa waraana Raashiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Dhoo’iinsa magaalaa Dasseetti muudateen namoota 31 irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabe Sifen Megersa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Dhoo’iinsa magaalaa Dassee naannoo dhaaba Hoolaa jedhamutti muudateen namoota 31 irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabuu Poolisiin…
Fayyaa Qorichi seeraan ala mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufame to’atame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Qorichi seeraan ala mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufame to’atamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa beeksiseera. Qorichichi…
Oduu biyya keessaa Hojii dhabdummaa hir’isuuf qoodni damee dhuunfaa olaanaa ta’uu himame Sifen Megersa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Biiroon Misooma Intarpiraayizii fi Indaastirii Magaalaa Finfinnee dargaggoota muuxxannoo hojiin ga’oomsuu yeroo dhiyootti hojiirra oolchuuf…
Ispoortii Wandimmaaganyi Tashoomaan leenjisaa olaanaa Buna Sidaamaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Sidaamaa leenjisaa yeroo ta’uun tajaajilaa kan turan Wandimmaaganyi Tashoomaa leenjisaa olaanaa taasiisuun…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiinii fi Eerdohaan dhimmoota waloo fi haala waqtaawaa Yukreenirratti bilbilaan… Sifen Megersa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiinii fi Gitni isaanii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan tumsa diinagdee waloo fi haala waqtaawaa…
Idil Addunyaa Ingiliz Fulbaana 5, 2022tti Muummee Ministiraa haaraa ni beeksifti jedhame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Ingiliz baatii faranjootaa Fulbaana 5,2022tti Muummee Ministiraa ishee haaraa kan beeksiftu ta’uu gabaafame. Paartii Konsarvaatiivii biyyattii keessaa…