Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Proojektii hidha haaromsaa guddichi %84 irra ga’e Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Ijaarsi Proojektii hidha haaromsaa guddichi %84 irra ga’uu hojii gaggeessaa olaanaan hidhichaa Injinar Kiflee Horroo beeksisan. Tattaaffii cimaa…
Oduu biyya keessaa Hidhi haaromsaa guddichi fakkeenya tokkummaa keenyaati- obbo Hayilamaariyaam Dassaaleny Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa anniisaa maddisiisuu kan eegale hidhi haaromsaa guddichi fakkeenya tokkummaa keenyaati Muummeen Ministiraa FDRI duraanii obbo…
Oduu biyya keessaa Bulchinsi magaalaa Finfinnee fi mootummaa naannoo Hararii ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee fi Preezdaantiin mootummaa naannoo Hararii obbo Oordiin Badriin hidhi haaromsaa guddichi…
Oduu biyya keessaa Hidhaan Haaromsaa har’a anniisaa Elektirikaa Meegaa Waatii 375 maddisiisuu eegale Sifen Megersa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad har'a ifatti Hidhaa Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa anniisaa Elektirikaa Meegaa Waatii 375 maddisiisu hojii…
Oduu biyya keessaa Tumsa biyyoota gaanfa Afrikaa fi Galaana Diimaa gidduu jiru cimsuun barbaachisaadha – Obbo… Sifen Megersa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Deeggarsaa fi tumsa diinagdee, nageenyaa fi misooma naannawaa biyyoota gaanfa Afrikaa fi Galaana Diimaa cimsuun barbaachisaa ta'uu Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Hidhaan Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa ifatti anniisaa elektirikaa maddisiisuu eegale Sifen Megersa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa ifatti hojii anniisaa maddisiisuu eegalchiisaniiru. Jilli Muummee…
Oduu biyya keessaa Laga Abbayyaa fi haala Hidha Haaromsaa Sifen Megersa Feb 20, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Seen duubee laga Abbayyaa fi haala Hidha Haaromsaa. Laga Abbayyaarratti hidha ijaaruuf bara Faranjootaa 1922 qorannoon jalqabaa gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Jimmaa ijaarsa hidha haroomsaaf Birrii miiliyoona 20 oliin bittaa boondii… Sifen Megersa Feb 19, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Jimmaa ijaarsa hidha haroomsaaf Birrii miiliyoona 20 oliin bittaa boondii raawwachuu ibsameera. Jiraattoonni godinichaa…