Bara baajatichaatti lammiilee daandiirra jiraatan kuma 20 ol daandirraa kaasuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Bara baajatichaatti lammiilee daandiirra jiraatan kuma 20 fi 558 daandiirraa kaasuun gara jireenya idileetti deebisuun danda’amuu Ministirri Ministeera…