Oduu biyya keessaa Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 kabajamaa jira Obse Wakgari Feb 19, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 kabajamaa jira. Guyyaan wareegamtootaa kun siidaa yaadannoo wareegamtootaa Kiiloo 6tti argamutti…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shidee fi Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Gamtaa Awrooppaatti jila addaa Afrikaa Bahaa… Obse Wakgari Feb 19, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee fi Ministir deetaan Ministeera dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen yaa’ii Gamtaa Awrooppaa fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Biiroo Komishinii Tuurizimii Oromiyaa daawwatan Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Biiroo Komishinii Tuurizimii Oromiyaa daawwataniiru. Jilli hoggantoota olaanoo…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf… Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf karoora qophaa'eerratti miseensota Koree Teeknikaa…
Oduu biyya keessaa Qindoominni Dubartoota Ityoophiyaa addunyaa hundaa’e Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Dubartoonni Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jiran miseensa ta'uun muuxxannoo fi beekkumsa isaanii waloon fayyadamoo kan taasiisu Qindoominni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaman dandeettii guutuun gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) - Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaman dandeettii guutuun gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Qophii…
Oduu biyya keessaa Manneen amantaa hundi barbaachisummaa nageenyaa barsiisuu hojiisaanii jalqabaa taasisuu akka qaban… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Manneen amantaa hundi barbaachisummaa nageenyaa barsiisuu hojiisaanii jalqabaa taasisuu akka qaban abbootiin amantaa ibsan. Yeroo dhiyoo as…
Oduu biyya keessaa Barreessaa olaanaan Dhaabbata Misoomaa DhMG miidhaa gareen Shororkeessaa ABUT godina Walloo… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Barreessaa olaanaan Dhaabbata Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Tuurhaan Saalihi fi hoggantoonni dhaabbatichaa miidhaa gareen Shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Waloo Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa irratti dhimmoonni ijoon Ityoophiyaan kaaste fudhatamummaa… Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Yaa’ii Waloo Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa 6ffaa irratti dhimmoonni ijoon Ityoophiyaan kaaste fudhatamummaa argachuu Beeljiyeem, Luuksanbargii fi…
Oduu biyya keessaa Labsii haaraa Soorama hojjettoota mootummaa fi dhuunfaa tibbana ragga’e Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Ji’aan mindaa hojjetootarraa Birriin walitti qabamu dabalaa dhufuun yeroo ammaa Birrii biiliyoona 4.7 ga’uu ibsameera. Namoota miiliyoona 1…